Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan Wiixata dhufu ni kabajama
Finfinnee, Eebila 22, 2014 (FBC) –Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan Wiixata dhufu Eebila 24, 2014 ni kabajama jedhame.
Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa Ityoophiyaa ibsa…