Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Keeniyaa Naayroobii galan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen sirna awwaalchaa Preezdaantii Keeniyaa duraanii Muway Kiibaakiirratti argamuuf Keeniyaa magaalaa Naayroobii …
Oduu biyya keessaa Haleellaa hawaasa Musiliimaa Goondar irratti raawwatameef tarkaanfiin seeraa fudhataamu qaba jedhame Sifen Megersa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Mana Maree Dhimmoota Islaamummaa naannolee 11 haleellaa hawaasa Musiliimaa magaalaa Goondar irratti raawwatameef mootummaan…
Oduu biyya keessaa Shawaa Bahaatti hojjettoota mootummaa kenna tajaajilaarratti rakkoo qaban 725 irratti tarkaanfiin… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Bahaatti hojjettoota mootummaa kenna tajaajilaarratti rakkoo qaban 725 irratti tarkaanfiin garaagaraa fudhatamuu Waajjirri Pablik Sarvisii fi…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan kabajamaa jira. Ayyaanichi agarsiisa aadaa garaagaraa kanneen akka horee, faaroo,…
Oduu biyya keessaa Naannichatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Kalaqaa naannoo Amaaraatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessaniiru. Jiraattonni aanichaa gochaa badii fi…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee naannoo Afaar qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii lammiilee sababa weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti gaggeessee tureen qa’ee fi qabeenya…
Oduu biyya keessaa Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffame Sifen Megersa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffameera. Fooramii kana irratti abbootti qabeenyaa bulchinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Lixaatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta’an 700 ol irratti… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti dhaabbilee Mootummaa keessatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta'an 700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Aanaan Gumii Eel Dalloo Shaneerraa Qulqullaa’uu ibsame Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Duula Godina Gujii Aanaa Gumii Eel Dallootti gaggeeffameen aanichi hidhattoota Shaneerraa Qulqullaa’uu Raayyaa Ittisaatti Qajeelchi Waliigalaa Ajaja Lixaa…