Oduu biyya keessaa Deeggarsi boba’aa yaadame hojiirraa ooluu eegale Debela Tadesse Jul 6, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 29, 2014 (FBC) – Konkolaattota tajaajila geejiba ummataa kennaan qofaa fayyadamtota kan taasisu deeggarsi boba’aa yaadame har’aa Waxabajjii 29, 2014 irraa eegalee…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksise Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa gatii boba’aarratti daballii taasisuu beeksiseera. Manni Maree Ministirootaa Walgahii idilee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii Keeniyaa xumuruun gara biyyaa deebi’an Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad fi jilli isaanii turtiisaanii Keeniyaa xumuruun gara biyyaa deebi’aniiru. Yaa’iin Addaa Hogganttoota IGAD…
Oduu biyya keessaa Haala mijataa Ityoophiyaan damee qonnaan irratti bobba’uuf qophiidha- Dhaabbata dhiyeessa qonnaa fi… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Haala mijataa Ityoophiyaan damee qonnaan qabdu irratti bobba’uuf qophii ta’uu hogganaa qajeelcha olaanaa dhaabbata dhiyeessii qonnaa fi beelladaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Sudaan Waldhabdeesaanii mariin furuuf walii galan Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Sudaan Waldhabdee daangaa dabalatee waldhabdee gidduusaanii jiru mariin furuuf walii galan. Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Dura…
Oduu biyya keessaa Tajaajiloonni qontsilaa Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa kennu michummaa uummata biyyoota lameenii… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Tajaajiloonni qontsilaa Ityoophiyaatti Imbaasiin Ameerikaa kennu michummaa uummata biyyoota lameenii giddugala godhachuu akka qaban Ministir Deetaan…
Oduu biyya keessaa Naannoo Oromiyaatti tajaajilli lammummaa dargaggootaa gannaa eegalame Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti tajaajilli lammummaa dargaggootaa gannaa magaalaa Bishooftuutti ifatti eegalamuu ibsame. Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Oduu biyya keessaa Duuti yoo na dursuu baateef hanga yuunvarsiitiittan baradha- ga’eessa waggaa 53 qormaata kutaa 8ffaa… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ga’eessi umrii waggaa 53 Abbaa Zawug Baqqalaa Mulaateen magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Aqaaqii Qaallittii aanaa 7 mana barumsaa sadarkaa jalqabaa…
Oduu biyya keessaa Tarkaanfii Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee fudhateen hanga ammaatti konkolaattonni booteen 12… Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Tarkaanfii Seeraa hanga ammaatti fudhatameen konkolaattonni booteen 12 fudhatamuu Biiroon Daldalaa magaalaa Finfinnee beeksise. Biirichi guyyaa…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi dhaabbilee Turkii waliin waliigalteewwan 3 waliif mallatteessuu ibse Ayana Dheressa Jul 5, 2022 0 Finfinnee, Waxabajjii 28, 2014 (FBC) – Ministeerri Albuudaa dhaabbilee Turkii waliin sanadoota waliigaltee sadii waliif mallatteessuu ibsame. Waliigalteewwan kunneen misoomaa fi barbaacha…