Rasaasni seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 13 fi 842 to’atame
Finfinnee, Bitootessa 28, 2014 (FBC) – Rasaasni seeraan alaa daddabarfamaa ture kumni 13 fi 842 to’atamuu ibsame.
Konkolaataan fe’umsaa ISUZUn lakkoofsi gabatee isaa AA49819 ta’e rasaasa…