Yaa’iin Caffee qormaatilee akka biyaatti mudate injifannoodhaan cee’uun gaggeeffamuunsaa adda…
Finfinnee, Bitootessa 12, 2014 (FBC)- Afayaa'iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa'aadaa Abdurahmaan haasaa baniinsaa taasisaniin, qormaatilee akka biyaatti nu mudate injifannoodhaan cee'uun…