Waldaan Faayin Aartii Oromiyaa Magaalaa Finfinneetti agarsiisawwan fakkii hawaasaaf banaa taasiise
Finfinnee, Bitootessa 10, 2014 (FBC) –Waldaan Faayin Aartii Oromiyaa mata duree "Agarsiisa Oromiyaa"jedhu Muuziyeemii Magaalaa Finfinneetti agarsiisawwan fakkii hawaasaaf banaa taasiisuu…