Projektiin Laamuu projektii walitti hidhamiinsa naannawaa cimsu ta’uu ibsame
Finfinnee, Gurraandhala 22, 2014 (FBC) – Projektiin buufata doonii Laamuu projektii walitti hidhamiinsa naannawaa cimsuu fi guddina Afrikaaf abdii ta’uu ibsame.
Ityoophiyaan projektii…