Aadaa keenya guddina Tuuriiziimii keenyaaf haa oolchinu-Aadde Sa’adaa Usmaan
Finfinnee, Gurraandhala 15, 2014 (FBC) – Feestivaalli aadaa godinaalee fi magaalota Oromiyaa hunda keessatti haala ho’aan kabajamaa jiraachuu Hooggantuun Biiroo Aadaa fi Tuuriiziimii…