Magaalaa Dadariitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaarra miidhaan gahe
Finfinnee, Caamsaa 6, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa magaalaa Dadariitti balaa ibiddaa qaqqabeen qabeenyaa Birrii miiliyoona 15tti tilmaamamu barbadaa’uu poolisiin godinichaa…