Godina Wallagga Lixaatti projektoonni addaa addaa Birrii Biliyoona 1 oliin hojjetamaa jiru
Fifinnee, Gurraandhala 11, 2014 (FBC)- Godina Wallagga Lixaatti projektoota Sadarkaa Godinaan hooggamu dabalatee Aanaalee fi Magaalota Godinichaa hunda keessatti bara kana projektoota addaa…