Oduu biyya keessaa Nageenya saaybari eeguuf mariin gaggeeffame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ministirri Ministeera Barnoota Proofeeser Birhaanuu Naggaa dhimmota nageenya saaybarii eegsisuuf dandeessisaan irratti waloon hojjechuuf hoggantoota…
Biiznasii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Ityoophiyaattii Lafti Heektarri kumni dhibbi 2 fi kumni 22 fi 740 sanyii mi’eessituwwaniin uuwwifamu ibsameera. Addunyaarratti biyyoota…
Oduu biyya keessaa Leenjiin dargaggoota mata duree ”Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf” jedhun… Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaatti Leenjiin dargaggoota mata duree ''Gahee dargaggootaa nageenya biyyaaf'' jedhun gaggeeffamaa jira. Leenjiichi dargaggoota…
Oduu biyya keessaa Manni Marichaa wixinee labsii lama raggaasiise Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa Walga’ii ariifachiisaa 1ffaa bara hojii 1ffaa marsaa 6ffaa har’a gaggeesseen wixinee labsii lama sagalee caalmaan…
Oduu biyya keessaa Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen… Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Godina Arsiitti fooyya’insa proojektii bishaan dhugaatii Egoo-Lolee eegaluuf waliigalteen mallattaa’eera. Fooyya’insi proojektii bishaan dhugaatii…
Oduu biyya keessaa Biirichii fi Abbaan Taayitichaa waliigaltee hojii waliif mallatteessan Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Biiroon Aadaa fi Tuurizimii Oromiyaa fi Abbaan Taayitaa Saayinsii fi Teeknoolojii Oromiyaa waliigaltee hojii waliif mallatteessaniiru.…
Oduu biyya keessaa Yakkamaan Aagituu Guddataa ajjeese adabbii cimaa waggaa 20 adabame Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Manni Murtii Tireentoo dhaddachaa guyyaa kaleessaa ooleen yakkamaa dhalattuu Ityoophiyaa kan taatee Aagituu Guddataa mana isheetti burruusan haleeluun…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa biyyoota lamaanii socho’an waloon ittisuuf… Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Keeniyaan humnoota badii naannoo daangaa socho’an waloon ittisuuf kan hojjetan ta’uu hoggantoonni olaanoon damee…
Oduu biyya keessaa Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jira Obse Wakgari Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC)- Qaala’iinsa jireenyaa hir’isuuf hojjetamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa beeksiseera. Tibba kana Finfinnee fi…
Oduu biyya keessaa Abbootii qabeenyaa Turkii waliin Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti tumsaan hojjechuuf waliigalame Sifen Megersa Feb 15, 2022 0 Finfinnee, Gurraandhala 8, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa Turkii Invastimantii oomisha Xaa’oo irratti mootummaa waliin tumsaan hojjechuuf adeemsa Warshaa dhaabuu eegaluuf…