Oduu biyya keessaa Ayyaanni Fichee Cambalaalaa kabajamaa jira Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ayyaanni jijjiirraa bara haaraa Uummata Sidaamaa Fichee Cambalaalaan kabajamaa jira. Ayyaanichi agarsiisa aadaa garaagaraa kanneen akka horee, faaroo,…
Oduu biyya keessaa Naannichatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Hojii fi Kalaqaa naannoo Amaaraatti dhaabbilee Intarpiraayizii fi Ogummaa fi Teekinikaa sababa waraanaan miidhamaniif deeggarsa Birrii…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessan Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Godina Shawaa Kaabaatti jiraattoonni Aanaa Warra Jaarsoo hiriira balaaleffannaa Shanee gaggeessaniiru. Jiraattonni aanichaa gochaa badii fi…
Oduu biyya keessaa Ministeerichi lammiilee naannoo Afaar qa’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsa Birrii… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministeerri Jallisii fi Naannawaa Gammoojjii lammiilee sababa weerara gareen shororkeessaa ABUT naannoo Afaaritti gaggeessee tureen qa’ee fi qabeenya…
Oduu biyya keessaa Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffame Sifen Megersa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Fooramiin mootummaa fi abbootii qabeenyaa magaalaa Ambootti gaggeeffameera. Fooramii kana irratti abbootti qabeenyaa bulchinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Godina Shawaa Lixaatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta’an 700 ol irratti… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Lixaatti dhaabbilee Mootummaa keessatti hojjettoota kenna tajaajilaarratti danqaa ta'an 700 ol irratti tarkaanfiin fudhatamuu ibsame.…
Oduu biyya keessaa Aanaan Gumii Eel Dalloo Shaneerraa Qulqullaa’uu ibsame Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Duula Godina Gujii Aanaa Gumii Eel Dallootti gaggeeffameen aanichi hidhattoota Shaneerraa Qulqullaa’uu Raayyaa Ittisaatti Qajeelchi Waliigalaa Ajaja Lixaa…
Idil Addunyaa Preezdaant Vilaadmiir Putiin biyya waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seenturratti tarkaanfii kan… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Raashiyaan biyya waraana Raashiyaa fi Yuukreen gidduu seenturratti tarkaanfii kan fudhattu ta’uu Preezdaantiin Raashiyaa Vilaadmiir Putiin…
Oduu biyya keessaa Qaamolee rakkoo nageenyaa uumame keessaa harka qabanirratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa… Sifen Megersa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Qaamolee rakkoo nageenyaa Goondaritti uumame keessaa harka qabanirratti mootummaan tarkaanfii barsiisaa ta'e fudhachuu akka qabu Manni Maree…
Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan… Ayana Dheressa Apr 28, 2022 0 Finfinnee, Eebila 20, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaan Ministira Ministeera Fayyaa Riippaabilika Dimookraatawaa Koongoo Jiyaan Zhaak Mibuungaanii waliin…