Baatiwwan ja’an darbanitti hojiiwwan kilaastera magaalaa milkaa’inaan raawwatamaniiru-Obbo Addisuu…
Finfinnee, Amajjii 17, 2014 (FBC)- Sadarkaa itti aanaa preezdaantiitti qindeessaan kilaastara magaaloota Obbo Addisuu Araggaa baatiwwan jahan darbanitti haalota rakkisaa keessatti hojiiwwan…