Mareen biyyaalessaa dhimmoota bu’uurarraatti waliigaltee biyyaalessaa uuma -Preezdaant Saahilawarq
Finfinnee, Amajjii 13, 2014 (FBC) – Mareen biyyaalessaa dhimmoota bu’uurarraatti waliigaltee biyyaalessaa kan uumu ta’uu Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ibsaniiru.…