Biiznasii Teeknooloojiin Liqaa Dijitaalawaa ifoome Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Teeknooloojii Faayinaansii Kiffiyyaa appilikeeshinii Liqaa Dijitaalaa dhiyeessaniiru. Teeknooloojiin Michuu…
Oduu biyya keessaa Jiraatoonni aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan… Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Jiraatoonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa humna badii Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan tajaajila Mootummaa irraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa ni eegalama Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa mata duree ‘Oromiyaa qabeenya uumamaan badhaate dhaloota yaa dhaalchifnu’ jedhuun ni eegalama jedhame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Akaaqii Qaallittiitti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ameera. Ijaarramuun manneen…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Jimmaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa deebisee ijaaruufi jedhame Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaatti Inistiityuutiin Fayyaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’e deebisee ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har’aa guyyaa dubbisaa ta’ee oola Ayana Dheressa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har'aa (Amajjii 04/2014) guyyaa dubbisaa ta’ee kan oolu ta’uu ibsame. "Dubbisuun aadaa keenya haata'u, " mata duree…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Somaaleetti lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa… Sifen Megersa Jan 11, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Bulchiinsi magaalaa Dirree Dawaa naannoo Somaaleetti lammiileen hongeen miidhamaniif deeggarsa Birrii miiliyoona 10 taasiisuu ibsameera. Jilli Kaantibaa…
Ispoortii Taphoota Waancaa Afrikaa har’a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi yoo injifattu, Aljeeriyaa… Sifen Megersa Jan 11, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) - Tapha Waancaa Afrikaa 33ffaa Afrikaa har'a gaggeeffameen Naayijeeriyaan Gibtsi 1 fi 0n yoo injifattu, Aljeeriyaa fi Seeraaliyoon goolii malee qixa…
Idil Addunyaa Chaayinaan biyyoonni Gaanfa Afrikaa hanqinaalee damee nageenyaa, misoomaa fi bilchiinsa qabaan… Obse Wakgari Jan 11, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Chaayinaan biyyoonni Gaanfa Afrikaa hanqinaalee damee nageenyaa, misoomaa fi bilchiinsa qabaan akka furamaniif tumsuuf qophii ta’uu ibseettitti.…
Fayyaa Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala… Obse Wakgari Jan 11, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 3, 2014 (FBC) – Hospitaalli Waliigalaa Arbaa Mincii qajeelcha fayyaa godina Gaamoo waliin ta’uun Hospiitala waliigala Laallibalaaf deeggarsa taasisaaniiru.…