Idoowwan waraanaan miidhamaan deebisanii dhaabuuf diyaaspooraa waliin mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Idoowwan waraanaan miidhamaan deebisanii dhaabuuf diyaaspooraa waliin mariin gaggeeffamaa jira.
Garee shororkeessaa ABUT’tiin naannolee Amaaraa fi Affaar…