Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Koorporeeshiniif beekamtiin kenname Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Faanaa Miidiyaa Koorporeeshin kabaja sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaa milkeessuu keessatti damee miidiyaan gumaacha taasiseef beekamtiin kennameera.…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin dhalootaaf magaalaa Aarbaa Minci gamaaggaman Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministira Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad sadarkaa piroojektii Maaddiin biyyaafdhalootaaf magaalaa Aarbaa Mincitti hojjetamaa jiru gamaaggamaniiru.…
Oduu biyya keessaa Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Jala bultiin Ayyaana sabaaf sablammoota Itiyoophiyaa 19ffaan Giddugala Qorannoo Aadaa Gaamootti sagantaa affeerraa Irbaataan kabajamaa jira. Af Yaa'ii…
Ispoortii Piriimeer Liigii Ingilaandiin Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,… Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaandi torbee 15ffaa galgala kana taphatameen Astoon Viilaa fi Bireentifoordi morkattoota isaanii yoo injifatan,Maanchiister…
Uncategorized Humna elektirikaa adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jira – Tajaajila Elektirikaa… Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Humna Elektirikaa guutuu biyyattiitti adda cite deebisuuf tattaaffiin taasifamaa jiraachuu Tajaajilli Elektirikaa Itiyoophiyaa beeksise. Maddawwan…
Oduu biyya keessaa Dooktar Fitsuum Ministira Maallaqaa Deenmaark waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsuum Asaffaan Ministira Maallaqaa Deenmaark Niikolaay Halbiiy Waaman waliin mari'ataniiru.…
Oduu biyya keessaa Ummanni Itiyoophiyaa tokkummaa isaanitti caalmaatti cichoomuu qabu – Obbo Aganyahu Tashaagar Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Ummanni Itiyoophiyaa wantoota tokkummaa isaanii caalmatti cimsanirratti cichoomuu akkan qaban Af Yaa'iin Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar…
Oduu biyya keessaa Tuutni Gadaa Michillee Oromoo Karraayyuu sirna buttaa Qalaa walakkaa Aangoo dabarsanii kennuuf… Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Godina Shawaa Bahaa Aanaa Fantaalleetti Tuutni Gadaa Michillee Oromoo Karrayyuu sirna Buttaa Qalaa walakkaa Aangoo dabarsanii kennuuf Ardaa jilaa Tarree…
Reediyoo Kibba Itiyoophiyaa daawwachuun gammachuudha – Dooktar Abiy Ahimad Sifen Megersa Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) – Kibba Itiyoophiyaa daawwachuu fi guddina magaalota akka Aarbaa Minci yeroo hunda ilaaluun gammachuu ta'uu Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad…
Ispoortii Taphni Eevartan har’a Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu ibsame Tsehay Guluma Dec 7, 2024 0 Finfinnee, Sadaasa 28, 2017 (FMC) –Taphni Eevartan har'a waaree booda sa'aatii 9:30 eegalee Liiverpuul keessummeessuuf ture sababa haala qilleensaan haqamuu piriimeer Liigichi beeksise.…