Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa balallii gara Barbaraatti eegaluufi
Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC)- Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa Guraandhala 8, 2014 irraa eegalee balallii gara Soomaaliiland magaalaa Barbaraatti taasisu jalqabuuf akka jiru beeksise.…