Oduu biyya keessaa Magaalaa Bulee Horaatti manni murtii aadaa hundeeffame Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Gujii Lixaa Bulchiinsa Magaalaa Bulee Horaatti Manni Murtii aadaa hundeeffameera. Hundeeffama Mana Murtii aadaa kanarratti Preezdaantiin Mana…
Oduu biyya keessaa Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan filatamu Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Komishinaroonni Komishinii marii biyyoolessaa uummataan akka filatamanii fi muudamni isaanii Mana Maree Bakka Bu'oota Uummataan kan ragga’uu ta’uu Koreen…
Oduu biyya keessaa Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Bulchiinsi Biluu Naayil waliin hojjechuuf waliigaltee… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Naannoon Beenishaanguul Gumuzii fi Sudaanitti Bulchiinsi Biluu Naayil hariiroo kana dura ture caalmaatti cimsuu dhimmoota dandeessisanirratti waliin…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara dhimmoota Afrikaa… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Chaayinaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Tashoomaa Toogaan Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaatti daayreektara olaanaa dhimmoota…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Galaanitti proojektoonni adda addaa buleeyyii fi haaraan 53 hawaasaan daawwatamaan Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Godina Adda Naannawaa Finfinnee magaalaa Galaanitti projeektoonni garaagaraa 53 Birrii miiliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 13 oliin hojjetamaa jiran hawaasaan…
Idil Addunyaa Ameerikaan sababa weerara vaayrasii koroonaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa keesse Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Guyyaan lakkoofsi namoota Covid -19 du'anii hedduun keessatti galmaa’aa kan jiru Ameerikaan biyyoota Afrikaa garaagaraarra dhorkaa imalaa…
Biiznasii Baatiwwan shaniitti daldala alaa bunaa, shaayii fi mi’eesituuwwan irraa galiin Doolaraa Ameerikaa… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Bara Baajatichatti baatiwwan shaniitti daldalaa alaa bunaa, shaayii fi mi’eesituuwwan irraa galiin Doolaraa Ameerikaa miiliyoonni 500 fi miiliyoonni 25…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’ame –… Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) – Diyaaspoorawwan gurmaa’uun dhimma biyyaa qabatee akka socho’u taasiisuun danda’amuu Ministeerri Dhimma Alaa beeksiiseera. Dubbii Himaan Ministeera…
Oduu biyya keessaa Mariin Tokkummaa adeemsa duula birmadummaa keessatti argame Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf… Obse Wakgari Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC)- Hoggantoonni hojii mootummaa Federaalaa olaanoon haala waqtaawaa biyyarratti guyyaa mari’ata jiru. Mootummaan dirqamaan kan itti seenee waraanaa…
Oduu biyya keessaa Magaalonni Koonii fi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa argatan Sifen Megersa Dec 30, 2021 0 Finfinnee, Muddee 21, 2014 (FBC) - Magaaloonni Kooniifi Wagal Xeenaan tajaajila humna elektirikaa adda citee ture deebisaani argataniiru. Tajaajilli Elektirkaa Ityoophiyaa…