Yaa’iin Waggaa Gamtaa Yuunvarsiitiiwwanii fi Koolleejjoota Oromiyaa keessaatti argamanii…
Finfinnee, Muddee 14, 2014 (FBC)- Yaa'iin Waggaa Gamtaa Yuunvarsiitiiwwanii fi Koolleejjoota Naannoo Oromiyaa keessatti argamanii guyyaa har'aa Yuunvarsiitii Haramaayaatti gaggeeffamaa jira.…