Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akka…
Finfinnee, Muddee 13, 2014 (FBC)- Manni Maree Dhimmoota Islaamummaa Waliigalaa bakkeewwan garaagaraatti lammiilee qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’aniif deeggarsi akka taasifamuuf…