Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad gara Finfinnee deebi’an Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Yaa'ii 3ffaa Turki - Afrikaa irratti hirmaachaa kan turan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimadii fi jilli isaaniin durfamu gara Finfinnee deebi'uu waajjirri…
Oduu biyya keessaa Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa Kombolchaa – Samaraa xumurame Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Suphaan Sarara daddabarsa Humna Elektirikaa abbaan Kiiloo Vooltii 230 Kombolchaa - Samaraa xumuramuun hojiin yaalii gaggeeffamaa jiraachuu Humni Elektirikii…
Oduu biyya keessaa Ambaasaaddar Leencoon Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa’uud Arabiyaa waliin… Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Saa'uud Arabiyaatti ergamaan addaa Ityoophiyaa Ambaasaaddar Leencoo Baatiin Itti aanaa Ministiraa Dhimmoota Qoonsilaa Saa'uud Arabiyaa Ambaasaaddar Taamiim…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq Preezdaantii Gaaboon waliin mari’atan Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Preezdaantii Gaaboon Alii Boongoo fi kan Angoolaa Joo'awaa Looreenzoo waliin dhmmoota hariiroo waloo fi ardii…
Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu ibsame Sifen Megersa Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa ABUT wayita Waldiyaa weeraree turetti yakkoota sukaneessaa raawwachuu jiraattoonni magaalichaa ibsan. Garichi dubartoota gudeeduu,…
Oduu biyya keessaa Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasise Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)-Biiroon Bulchiinsaa fi Nageenya Oromiyaa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi Humna Addaa Lixa Oromiyaatti Nageenya Uummataa kabachiisuurratti bobba’anii jiraniif…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa Finlaand Heelsiinkiitti sochii ‘No More’ gaggeessan Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa fi Eertiraa hiriira balaaleffannaa gidduuseentummaa biyyoota dhihaa Finlaandi Heelsiinkiitti gaggeessaniiru. Hiriira kanarrattis…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Sayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo ogeeyyii fayyaa 486 eebbisiise Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Koolleejjiin Sayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Walaayittaa Sooddoo ogeeyyii fayyaa 486’f barsiisaa ture eebbisiiseera. Yuunvaarsiitiin Walaayittaa Sooddoo…
Oduu biyya keessaa Lammiilee rakkoof saaxilamaan deeggaruuf hirmaannaa ni taasifna-Hawaasa Daldalaa magaalichaa Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Kutaalee hawaasa garee shororkeessaa ABUT’tiin miidhaamaan deeggaruu fi iddoowwan barbada’aan deebisaanii dhaabuu hirmaannaa akka taasisaan Hawaasni Daldalaa…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Preezdaant Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessu… Obse Wakgari Dec 18, 2021 0 Finfinnee, Muddee 9, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira Abiy Ahimad Preezdaantiin Turkii Rajiib Xaayib Erdoogaan waltajjii fayyadamummaa hariiroo Turkii fi biyyoota Afrikaa mirkaneessuu fi tumsu…