Miseensonni Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaaashanaa oomisha Qonnaan bultootaa walitti qaban
Finfinnee, Muddee 11, 2014 (FBC) - Miseensonni Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaa Gaashanaa ABUT irratti injifannoo boonsaa galmeessuu cinaatti hojii misoomaarrattis hirmaachaa jiru.…