Oduu biyya keessaa Obbo Musxafeen Hospitaala Birrii Miiliyoona 83 oliin ijaarrame eebbisiisan Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammad Hospitaala Birrii miiliyoona 83 oliin Godina Siitii aanaa…
Oduu biyya keessaa Manni marichaa dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa kaa’e Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Manni Maree Nageenya Biyyaalessaa Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu dhimmoota waqtaawaarratti mari’achuun kallattii gara fuuladuraa…
Oduu biyya keessaa Karaa seeraan alaa daddabarfamaa kan turan rasaasni kilaash Kovii kumni 2 olii fi Shugguxiin 68… Obse Wakgari Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Poolisiin magaalaa Finfinnee fi Tajaajilli Odeeffannoo Biyyoolessaa hojii qinda’aa waloon hojjetaniin magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Addis Kataamaatti…
Oduu biyya keessaa Diyaaspoorawwan meeshaalee tajaajila dhuunfaa qabatanii seenuu akka daanda’aan ibsame Obse Wakgari Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)-Diyaaspoorawwan ayyaana Qillee kabajuuf gara biyyaa dhufan meeshaalee dhuunfaan itti fayyadamaa qabatanii seenuu akka danda’aan Komishiniin Gumuurukaa…
Oduu biyya keessaa Kaardii filannoon bulchiinsa Joo Baayidanii fi Paartii Diimookraat adabuuf Sosochiin eegaleme Ayana Dheressa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Kaardii filannoon bulchiinsa Joo Baayidanii fi Paartii Diimookraat adabuuf Sosochiin eegalemeera. Koreen dhimmoota hawaasa Ityoophiyaa Ameerikaa qaamolee…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa Raayyaa Ittisaa adda waraanaa Gaashanaaf deeggarsa taasise Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee Raayyaa Ittisa Biyyaa adda waraanaa Gaashanaanitti argamuuf deeggarsa taasiseera. Jilli Itti aanaa…
Oduu biyya keessaa Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona 179 Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiise Sifen Megersa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC) – Godinni Walaayittaa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 79 akaakuu fi maallaqaan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasiisuu beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Dhaabbatichi gareen shorokeessaa ABUT Cinaa fi Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuu ibse Ayana Dheressa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Dhaabbanni Humaan Raayits Woch gareen shorokeessaa ABUT magaalota Cinaa fi Qobbootti lammiilee nagaa jumlaan ajjeesuu ibseera. Dhaabbatichi gabaasa guyyaa…
Idil Addunyaa Preezdaant Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne… Obse Wakgari Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Muddee 1, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Afrikaa Kibbaa Siriil Raamaafoosaan waltajjii dimookiraasii Ameerikaan qopheessiteerratti akka hin hirmaanne ibsameera. Preezdaantichi…
Oduu biyya keessaa Magaalonni lameen har’a irraa eegalee tajaajila humna elektirikaa akka argataniif hojjetamaa… Ayana Dheressa Dec 10, 2021 0 Finfinnee, Mudde 1, 2014(FBC)- Magaalonni Kombolchaa fi Daseen guyyaa har’a irraa eegalee tajaajila humna elektirikaa akka argataniif hojjetamaa jiraachuu Humni Elektirikaa Ityoophiyaa…