Ayyaana saba fi sablammoota wayita kabajnu summii jibbiinsaa fi qoqqoodiinsaa ABUT gidduu keenyatti…
Finfinnee, Sadaasa 28, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan kabaja ayyaana guyyaa saba fi sablammoota sababeeffachuun erga baga gammaddanii…