Idil Addunyaa Sirni Awwaalchaa Poop Firaansiis gaggeeffamaa jira Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Sirni Awwaalchaa Hangafa Phaaphaasii Mana Amantaa Kiristaanaa Kaatoolikii Roomaa poop Firaansiis gaggeeffamaa jira. Sirna Awwaalchaa Vaatikaan…
Ispoortii Piriimeer liigii Ingilaandiin har’a taphoonni murteessoon ni taphatamu Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Taphoota piriimeer liigii Ingilaandi torbee 34ffaan har'a taphoonni murteessoon ni taphatamu. Hirmaannaa Shaampiyoonsi liigii Awurooppaa argachuuf…
Fayyaa Guyyaan Dhibee Busaa Jimmaatti kabajame Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Guyyaan dhibee Busaa addunyaa yeroo 18ffaaf magaalaa Jimmaatti kabajameera. Guyyichi mata duree "kalaqa haarawaa fi leecalloo walitti qindeessuun kutannoo…
Oduu biyya keessaa Raayyaan biyyaaleessaa kaayyoo isaa hubate ijaarameera-Fiildi Maarshaal Birhaanuu Juulaa Tsehay Guluma Apr 26, 2025 0 Finfinnee, Ebla 18, 2017 (FMC) – Raayyaan biyyaaleessaa gama hundaan of gahoomsee fi kaayyoo isaa sirnaan hubate ijaaramuu Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa Humna Raayyaa Ittisaa Biyyaa Fiildi…
Oduu biyya keessaa Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa-Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa Daawwate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Afrikaarraa jalqaba kan ta’ee Gareen Deebii Saffisaa Raashiyaa- Afrikaa Yaadannoo Injifannoo Adwaa daawwateera. Garichi leenjii waloo magaalaa…
Oduu biyya keessaa Opireeshinii Magaalichatti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa dhufuun ibsame Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Opireeshinii qindaa’aa Magaalaa Finfinneetti gaggeeffameen gochaaleen yakkaa hir’achaa jiraachuun ibsameera. Poolisiin Federaalaa fi Poolisiin…
Ispoortii Piriimeer Liigii Oromiyaan Dambi Doolloon Galaan injifate Tsehay Guluma Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Oromiyaa torbee 17ffaa har’a taphatameen Dambi Doolloon Galaan injifateera. Tapha har’a waaree booda sa’aatii 10:00…
Oduu biyya keessaa Obbo Ahimad Shideen Pireezidaantii Baankii Bu’uuraalee Misoomaafi Invastimantii Eeshiyaa waliin… Ayana Dheressa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shideen durfamu walga’ii Dhaabbata Maallaqaa Addunyaafi Baankii Addunyaa 2025 cinaatti Pireezidaantii…
Ispoortii Tapha walakkaa xumuraa Waancaa Itiyoophiyaan Shaggar Walaayittaa Diichaa waliin ni morkata Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) – Kilabiin Kubbaa Miilaa Bulchiinsa Magaalaa Shaggar tapha xumuraa Waancaa Itiyoophiyaaf darbuuf boru falmiin Walaayittaa Diichaa waliin gaggeessu hawwiin…
Oduu biyya keessaa Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi inistiitiyuutichi dhimmoota waliin hojjechuu danda’an irratti… Sifen Megersa Apr 25, 2025 0 Finfinnee, Ebla 17, 2017 (FMC) –Faanaa Miidiyaa Korporeeshiniifi Inistiitiyuutiin Leenjii BarnootaTeeknikaafi Ogummaa dameewwan garaagaraan haala waliin hojjechuu danda’an irratti…