Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo’aa moo’attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot…
Finfinnee, Fulbaana 10, 2018 (FMC) – Pheexroos Maasrashaa dorgommii xumuraa moo'aa moo'attootaa marsaa 5ffaa Faanaa Laamroot injifateera.
Dorgommicha 1ffaa bahuun kan injifate Pheexroos…