Yuunvarsiitichi hayyoota garee shororkeessaa waliin ta’uun biyya diiguuf socho’an akeekkachiise
Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Finfinnee hayyoota yeroo garaagaraatti yuunvasiiticharraa eebbafamanii biyyoota garaagaraa taa’uun garee shororkeessaa waliin biyya diiguuf…