Warra Iluu to’achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT…
Finfinnee, Sadaasa 7, 2014 (FBC) –Warra Iluu to'achuuf yaadee Humna walitti qabachaa kan ture gareen shororkeessaa ABUT haleellaa Raayyaa Ittisaa fi qaamoleen nageenyaa waloon raawwataniin…