Obbo Oordiin Badiriin adeemsa kenniinsa qormaata kutaa 12ffaa daawwatan
Finfinnee, Sadaasa 1, 2014 (FBC) – Preezdaantiin Naannoo Hararii obbo Oordiin Badiriin buufataalee qormaanni itti laatamutti argamuun adeemsa kenniinsa qormaata kutaa 12ffaa daawwataniiru.…