Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo gaggeessuuf ture adda kutuu…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessaa Naannoo Beenishaangul Gumuuzitti filannoo irra deebiin gaggeessuuf ture adda kutuu beeksiseera.
Boordichi baatii…
Deeggarsaa hanga Addaatti wareegama nurraa eegamu biyya keenyaaf kaffaluuf qophiidha- Paartilee…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Deeggarsaa hanga Addaatti wareegama irraa eegamu Ityoophiyaaf kaffaluuf qophii ta’uu Paartileen Morkattootaa beeksisaniiru.
Paartileen…
Naannoo Oromiyaatti namni kamuu waraaqaa eenyummaa malee bakka bakkaattis socho’uun dhorkaadha…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti namni kamuu waraaqaa eenyummaa malee bakka bakkaattis socho’uun dhorkaa ta'uu Haati Alangaa Waliigalaa Naannoo Oromiyaa Aadde…
Duula gareen shororkeessaa nurratti bane qolachuuf ni duulla –Dargaggoota magaalaa Gaambeellaa
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Duula gareen shororkeessaa ABUT Ityoophiyaarratti bane qolachuuf gara adda waraanaatti duuluuf qophii ta’uu Dargaggoonni magaalaa Gaambeellaa…
Godinichatti Paampiiwwan bishaanii oomisha qamadii jallisiif oolan 200 qonnaan bultootaaf raabsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti Paampiiwwan oomisha qamadii Jallisii Bonaatiif oolan 200 qonnaan bultootaaf rabsamuu ibsame.
Godinichatti lafa hektaara…
Damee barnootaa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) - Damee barnootaa talaallii Covid -19 waliin ga’uuf haala dandeessisuurratti qaamolee dhimmi ilaallatu waliin mari’atameera.
Weerara vaayrasii…
Raayyaan Ittisa Biyyaa Miseensota Raayyaa Ittisaa duraaniif waamicha taasise
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC)- Ministeerri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa duraaniif waamicha taasiseera.
Ministeerichi gocha biyya diiguuf…
Naannichatti guyyoota 5 keessatti namni dhuunfaan meeshaa waraanaa qabu akka galmeessisu waamichi…
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC) – Naannoo Kibbaatti har’aa eegalee guyyoota 5 keessatti namni dhuunfaan meeshaa waraanaa hidhate kamiiyyuu akka galmeessisu waamichi dhiyaateera.…
Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa Onkololeessa 29 irraa eegale ni laatama
Finfinnee, Onkololeessa 26, 2014 (FBC)- Qormaanni seensa yuunvarsiitii kutaa 12ffaa bara barnoota 2013 Onkololeessa 29 hanga Sadaasa 2, 2014 akka laatamuu Ejensiin Madaallii Barnootaa fi…