Oduu biyya keessaa Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegale Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Buufannii fi Tarminaalli Kombolchaa tajaajila laachuu eegaluu Dhaabbanni Geejjiba Galaanaa fi Tajaajila Loojestiksii Ityoophiyaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Waliigalteen nageenyaa fi duudhaa walkabajuu naannichatti babal’isuu danda’u mallattaa’e Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Gumiin Dhaabbilee Amantaa Ityoophiyaa Dhaabbilee Amantaa Keeniyaa waliin Waliigaltee nageenyaa fi duudhaa walkabajuu naannichatti babal’isuuf…
Oduu biyya keessaa Rakkoolee Ityoophiyaa hundeerraa furuuf himata hidhamtoota adda kutuun barbaachisaa ta’eera –… Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Rakkoolee Ityoophiyaa hundeerraa furuuf himata hidhamtoota adda kutuun barbaachisaa ta’ee argamuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa…
Oduu biyya keessaa Magaaloota sababa waraanaan barbadaa’aan deebisanii dhaabuuf Sagantaan marii tumsa obbolummaa… Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Ministeerri Magaalaa fi Misooma Bu'uuraa,Magaaloota weerara garee shororkeessaa ABUT'n Manca'an deebisanii ijaaruu fi hawaasa miidhaaf Saaxilame…
Biiznasii Teeknooloojiin Liqaa Dijitaalawaa ifoome Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa fi Teeknooloojii Faayinaansii Kiffiyyaa appilikeeshinii Liqaa Dijitaalaa dhiyeessaniiru. Teeknooloojiin Michuu…
Oduu biyya keessaa Jiraatoonni aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan… Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Jiraatoonni Godina Shawaa Lixaa aanaa Cobii Waajjiraaleen Mootummaa aanichaa humna badii Shaneen barbadaa’uu fi saamamuu isaan tajaajila Mootummaa irraa…
Oduu biyya keessaa Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa ni eegalama Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Oromiyaatti guyyaa boruu hojiin misooma sululaa mata duree ‘Oromiyaa qabeenya uumamaan badhaate dhaloota yaa dhaalchifnu’ jedhuun ni eegalama jedhame.…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ame Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Akaaqii Qaallittiitti manneen walitti hidhamoo kuma 5 ijaaruuf dhagaan bu’uraa kaa’ameera. Ijaarramuun manneen…
Fayyaa Yuunvarsiitiin Jimmaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa deebisee ijaaruufi jedhame Sifen Megersa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) - Yuunvarsiitiin Jimmaatti Inistiityuutiin Fayyaa Hospitaala sadarkaa jalqabaa Dalaantaa garee shororkeessaa ABUTn barbadaa’e deebisee ijaaruuf…
Oduu biyya keessaa Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har’aa guyyaa dubbisaa ta’ee oola Ayana Dheressa Jan 12, 2022 0 Finfinnee, Amajjii 4, 2014 (FBC) – Sadarkaa Naannoo Oromiyaatti guyyaan har'aa (Amajjii 04/2014) guyyaa dubbisaa ta’ee kan oolu ta’uu ibsame. "Dubbisuun aadaa keenya haata'u, " mata duree…