Oduu biyya keessaa Maqeet bilisa baate Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Aanaan Maqeet guutummaan guutuutti garee shororkeessaa ABUT irraa bilisoomuu ibsame Magaaloonni Dabra Zabiix Agiriit, Filaaqiit fi Garaagar sochii…
Oduu biyya keessaa Yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis isiniif dhaabbatti – MM Abiy… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad miseensonni Raayyaa Ittisaa hundi yeroo murteessatti akka biyyaaf dhaabbattan biyyi keessanis kan isaaniif dhaabbattu…
Oduu biyya keessaa Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha – MM Abiy Ahimad Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gootummaan Raayyaa Ittisaa Ityoophiyaa kan boonse, diina kan naasiiseedha jedhaan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad. Ajejaan Waliigalaa Humna…
Oduu biyya keessaa Gaara kaleessa injifannoo itti galmeessitan jalatti bara haaraa kabajuun hiikoo addaa qaba –… Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Gaara kaleessa injifannoo itti galmeessitan jalatti ayyaana bara haaraa kabajuun hiikoo addaa qaba jedhan Ajejaan Waliigalaa Raayyaa IttisaaJeneraal…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Aanaa Bookee marsaa 2ffaaf Sangoota 16 Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - jiraattoonni Godina Harargee Lixaa Aanaa Bookee Gooticha Raayyaa Ittisa biyyaaf sangoota 16 arjoomaniiru. Jiraattoonni aanaa Bookee fedhii isaaniin…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad adda waraanaa Maayixabirii dhaqan Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa Raayyaa Ittisaa waliin kabajuuf adda waraanaa Maayixabirii dhaqan. Ajejaan Waliigalaa Raayyaa Ittisaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni bara Haaraa 2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira Sifen Megersa Sep 11, 2021 0 Finfinnee, Fulbaana 1, 2014 (FBC) -Ayyaanni Bara haaraa Fulbaanni 1,2014 qophiilee garaagaraan guutuu biyyattiitti kabajamaa jira. Ayyaana bara haaraa Fulbaana 1 sababeeffachuun dureewwan…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen ergaa baga geessanii bara 2014 dabarsaniiru. Rakkoo bara kana nu mudate keessaa ba'uun lammat akka hin deebine…
Oduu biyya keessaa Qormaatilee bara 2013 keessaa fi Alaa mudatan hoggansa bilchina qabuu fi tokkummaa ummataan… Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu'oota Ummataa ergaa baga geessanii bara haaraa 2014 ummata Ityoophiyaa maraaf dabarseera. Manni Marichaa ergaa dabarseen qormaatilee…
Oduu biyya keessaa MM Abiy Ahimad ergaa baga geessanii dabarsan Sifen Megersa Sep 10, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ergaa baga geessanii bara haaraa dabarsaniiru. Baga bara 2014 nagaan geessan jedhaniiru. Bara haaraa kana wayita…