Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota alagaa waliin walitti makamuun gabaaf…
Finfinnee, Qaammee 5, 2013 (FBC) - Magaalaa Adaamaatti Dhadhaan, Dammii fi Barbareen wantoota farra fayya ta'an waliin walitti makamuun gabaaf dhiyaachuuf turan to'atamuu Abbaan Taayitaa…