Oduu biyya keessaa Godina Gujiitti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atame Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Godina Gujii aanaa Gooroo Doollaa ganda Biittaattatti Rasaasni Kilaashii fi Bireenii kumni 2 fi 858 to’atamuu ibsameera. Rasaasni…
Oduu biyya keessaa Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun damicha kan ammayyeessuu ta’uu ibsame Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Maappiin barnootaa haaraan hanqinoota jiran furuun quqlullina barnootaa kan mirkaneessuu fi barnoota diinagdee waliin walsimsiisuun…
Oduu biyya keessaa Manneen Murtii Waliigalaa Naannoo Oromiyaa fi Sidaamaa muuxxannoo waljijjiiran Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) –Waltajjiin muuxxannoo waljijjiiruu Manneen Murtii Waliigalaa Oromiyaa fi naannoo Sidaamaa magaalaa Finfinneetti gaggeeffame. Kaayyoon waltajjichaas…
Oduu biyya keessaa Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasise Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Godinni Kafaa deeggarsa sangoota 223 raayyaa ittisa biyyaaf taasisuu qajeelchi Kominikeeshinii Mootummaan godinicha beeksiseera. Itti gaafatamaan…
Idil Addunyaa Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa DhMG hoggantoota Taalibaan waliin mari’atan Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)- Itti aanaan barreessaa dhimmoota mirga namoomaa Dhaabbataa Mootummoota Gamtoomanii fi qindeessaa deeggarsa labsii yeroo aarifachiisaa Maartiin Giraaftiis…
Oduu biyya keessaa Daandiin Qilleensichaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan… Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Daandii Qilleensa Ityoophiyaa meeshaalee gara Sudaaniitti imalchiisee adamoo kan ooluu fi eeyyamaa kan guuttattee ta’uu beeksiseera. Bakka bu’aa oduu…
Oduu biyya keessaa Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10 deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Naannoon Sidaamaa duula birmadummaaf Birrii miiliyoona 10, Sangoota, midhaan nyaataa fi bishaan saamsamaa Bahaar Daaritti argamuun deeggarsa taasiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyummaan eenyummaa Ityoophiyaanoota kan waliitti hidheedha-Dooktar Abiy Obse Wakgari Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC)-Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ityoophiyummaan eenyuummaa Ityoophiyaanoota kan waliitti hidheedha jedhan. Dooktar Abiy Ahimad fuula Twiitara…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa haaluma baatii darbeen itti fufa jedhame Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Gatiin gurgurtaa Qinxaaboo Boba’aa baatii Fulbaanaa haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu Ministeerri Daldalaa fi Indaastirii beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Ummannii fi bulchiinsa naannoo Kibbaa Birrii miiliyoona 85 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisan Sifen Megersa Sep 6, 2021 0 Finfinnee, Qaammee 1, 2013 (FBC) – Ummannii fi bulchiinsi naannoo Kibbaa marsaa 4ffaan Birrii miiliyoona 85 ol Raayyaa Ittisaaf deeggarsa taasiisaniiru. Naannichi hanga…