Oduu biyya keessaa Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa gaggeeffame Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) –Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa bakka Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdee argamanitti gaggeeffameera. Sirni badhaasaa tola oolaa waggaa kun yeroo…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Poolisii Manneen Amala Sirreessaa Naannoo Somaalee uffata seeraa fi Asxaa haaraa… Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Komishiniin Poolisii Manneen Amala Sirreessaa Naannoo Somaalee uffata seeraa fi Asxaa haaraa dhiyaate har'a magaalaa Jigjigaatti eebbisiiseera.…
Oduu biyya keessaa Raayyaan Ittisaa hojii farreen nageenyaa barbadeessuu cimsee itti fufuu ibsame Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Raayyaan Ittisaa hojii shororkeessitoota barbadeessuu cimsee itti fufuu Daayreektarri Qunnamtii Ummataa Raayyaa Ittisa Biyyaa Koloneel Geetinnat Adaanee…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii damee Naqamtee barattoota kuma 8 fi 979 eebbisiise Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Yuunvarsiitiin Riftii Vaalii Damee Naqamtee guyyaa har'aa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 8 fi 979 Istaadiyeemii Wallaggaatti…
Oduu biyya keessaa Jilli obbo Shimallisiin durfamu Gamoo Waajjira bulchinsa godina Arsii eebbisiise Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Gamoo Waajjirra bulchinsaa godina Arsii eebbisiiseera. Godina Arsii…
Oduu biyya keessaa Ministrrichi lammiilee qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’aniif deeggarsa taasiise Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Ministeerri Dhimma Dubartootaa,Daa'immanii fi Dargaggootaa lammiilee qa'ee fi qabeenya isaanirraa buqqa'anii uffataalee fi midhaan nyaataa Birrii…
Oduu biyya keessaa Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifame Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Aanaa Algee Saachiitii Manni Barumsa Ifa Boruu sadarkaa 2ffaa Saachii eebbifameera. Itti gafatamaan Waajjira Barnoota Godina…
Oduu biyya keessaa Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti ni kabajama Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Boru guyyaan Ityoophiyaa guutuu biyyattiitti kabajamee kan oolu ta'uu bulchiinsi magaalaa Finfinnee beeksiise. Qopheessummaa bulchiinsa magaalaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Shimallis Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwatan Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jilli Preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan durfamu Godina Arsiitti Qamadii Kilaasteraan misoomaa jiru daawwateera. Jilichi…
Oduu biyya keessaa Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa gaggeessan Sifen Megersa Sep 5, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 30, 2013 (FBC) – Jiraattoonni Godina Kafaa hiriira deeggarsa Raayyaa Ittisaa fi balaaleffaannaa garee Shororkeessaa ABUT fi Shanee magaalaa Boonganti gaggeessaniiru.…