Oduu biyya keessaa Gareen shororkeessaa ABUT Dabra Zabiixitti barbadeeffame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Adda waraanaa Gaayint kan turee gareen shororkeessaa ABUT haala olaanaa barbadeeffamuu Izii Kaabaa Lixaa beeksiseera. Hogganaan Izii Kaabaa Lixaa…
Oduu biyya keessaa Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 eebbisiise Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Koolleejjiin Yuu Essi kaampaasii Shaashamannee barattoota kuma 3 fi 250 muummee barnoota garagaraatiin barsiisaa ture eebbisiiseera. Koolleejjichi erga…
Ispoortii Gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan simannaan taasifameef Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Taphaa Paaraa Olompikii Tookiyoo 2020 irratti hirmaataa kan turaan gareen Paaraa Olompikii biyyoolessaa Ityoophiyaa Finfinnee wayita galaan hoggantoonni…
Oduu biyya keessaa Magaalichatti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa qophaa’eera Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Magaalaa Finfinneetti iddoowwan bittaa fi gurgurtaa 108 fi oomishni qonna dabalataa kuntaalli kumni dhibbi 2 fi kumni 50 qophaa’uu itti aantiin kantiibaa…
Oduu biyya keessaa Manneen hojii naannoo Oromiyaa adda waraanaa Wallootti kan argamaniif deeggarsa taasisan Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Manneen hojii naannoo Oromiyaa adda waraanaa Wallootti kan argamaniif deeggarsa sangoota 135 fi hoolota 42 taasisaniiru. Hojjeettoonni mootummaa naannoo…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaanoonni 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa 412 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru. Daa’imman 152 dabalatee lammiileen 412 guyyaa har’a gara biyyaa kan deebi’an.…
Oduu biyya keessaa Dhimma Ityoophiyaarratti Paartileen siyaasaa waloon hojjechaa jiraachuun ibsame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Dhimma Ityoophiyaarratti Paartileen siyaasaa waloon hojjechaa jiraachuun ibsameera. Balaa birmadummaa Ityoophiyaa mudate qolachuuf, paartileen siyaasaa…
Oduu biyya keessaa Hawaasni idil addunyaa garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu gaafatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Hawaasni idil addunyaa dhiyeessiin deeggarsa namooma lammiileef sirnaan akka qaqqabuuf garee ABUT irra dhiibbaa akka ka’uu…
Oduu biyya keessaa Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti tarkaanfiin fudhatame Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)- Walloo Kaabatti garee shoroorkeessaa ABUT loo’ee seenuuf tureerratti raayyaan ittisa biyya tarkaanfiin fudhateera. Bobbicharrattis gareen shororkeessaa…
Oduu biyya keessaa Giddugalli Leenjii Loltummaa Huursoo Koontijeent loltoota bu’uraa leenjisaa ture eebbisiisa… Obse Wakgari Sep 4, 2021 0 Aanaa Tokkee Kuttaayeetti rasaasoonni kumni 3 fi 52 to’annaa jala oolan Finfinnee, Hagayya 29, 2013 (FBC)-Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaatti Giddugalli Leenjii Huursoo loltoota leenjisaa…