Oduu biyya keessaa Ityoophiyaa badhaate arguuf ga’een miidiyaa olaanaa ta’uu ibsame Sifen Megersa Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC) – Nageenya, misoomaa fi diimookiraasii dagaagsuun Ityoophiyaa Badhaate arguuf ga’een miidiyaa olaanaa ta’uu Biiroon Kominikeeshinii…
Oduu biyya keessaa Humni Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo lammaffaaf Indaastirii Injinaaringii Masfiin haleele Obse Wakgari Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Humni Qilleensaa Ityoophiyaa yeroo lammaffaaf Indaastirii Injinaaringii Masfiin magaalaa Maqaleetti argamuu haleeleera. Dhaabbanni kunis id Humni…
Oduu biyya keessaa Rakkoowwan keessaa fi alaa mudatan darbuuf waliin dhaabbachuu barbaachisa-Dooktar Raaheel Baafee Obse Wakgari Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Rakkoowwan keessaa fi alaa mudatan darbuuf waliin dhaabbachuu barbaachisa jedhan Walitti qabduu Mana Maree waloo paartiilee siyaasaa Dooktar Raaheel…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaan ce’umsi Sudaan akka milkaa’uuf ejjennoo qabattee cimsitee itti fufti-Ministeera Dhimma… Obse Wakgari Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Ityoophiyaan ce’umsi Sudaan akka milkaa’uuf ejjennoo qabattee cimsitee akka itti fuftuu Dubbi Himaan Ministeeraa Dhimma Alaa Ambaasaaddar Diinaa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Nageelleetti daandiin aspaaltii Birrii miiliyoona 24 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegale Obse Wakgari Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Godina Gujii Bulchiinsa Magaalaa Nageelleetti daandiin aspaaltii Birrii miiliyoona 24 oliin ijaarame tajaajila kennuu eegaleera. Godina Gujii…
Oduu biyya keessaa Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti… Obse Wakgari Oct 28, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 18, 2014 (FBC)- Gareen Shororkeessaa ABUT Walloo Kaabaatti qofaa manneen barnoota 832 guutuummaa guutuutti barbadeesseera. Garichi naannoo Amaaraatti weerara…
Fayyaa Jiraattonni magaalichaa fedhiin talaallii Vaayrasii koroonaa fudhachuuf qaban gadi aanaa ta’uu… Ayana Dheressa Oct 27, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti ittisa weerara vaayrasii koroonaa ittisuuf talaalliin tolaa mijatus fedhiin Jiraattonni magaalichaa qaban gadi aanaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Injinar Habtaamuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan waliin mari’atan Ayana Dheressa Oct 27, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaanii fi Inarjii Dooktar Injiinar Habtaamuu Ittafaan Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Jaappaan Ittoo Taakaakoo waliin…
Oduu biyya keessaa Bulchiinsi magaalichaa duula birmadummaaf Birrii Miiliyoona 57 ol deeggarsa taasise Ayana Dheressa Oct 27, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsi magaalaa Dabra Birhaan duula birmadummaaf Birrii Miiliyoona 57 ol deeggarsa taasisuu beeksise. Duula birmadummaaf deeggarsi Birrii…
Oduu biyya keessaa Naannichatti tajaajila lammummaa gannaatiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu… Ayana Dheressa Oct 27, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 17, 2014 (FBC) – Naannoo Harariitti tajaajila lammummaa gannaa bara 2013tiin hojiin Birrii miiliyoona 13tti tilmaamamu hojjetamuu Biiroon Dhimma Dubartoota,…