Dhaabbileen alaa kayyoo hundeeffamaniin alaatti socho’aa turan dhorkaman
Finfinnee, Adooleessa 28, 2013 (FBC)- Dhaabbileen alaa 3 kayyoo hundeeffamaniin alaatti socho’aa turan baatiiwwan sadiif dhorkamuu Eejansiin Dhaabbilee Hawaasa Siviilii beeksise.…