Oduu biyya keessaa Manni barumsaa Ifa Boruu Haroo Wancii eebbifame Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Manni barumsaa sadarkaa 2ffaa Ifa Boruu Haroo Wancii Birrii miiliyoona 34 oliin ijaarrame eebbifameera. Manni Barumsaa kun gaaffii hawaasa aanaa…
Oduu biyya keessaa Gaambeellaa fi Bahaar Daaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa to’atame Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Magaalaa Gaambeellaa fi Bahaar Daaritti meeshaaleen waraanaa seeraan alaa garaagaraa to’atamuu ibsameera. Magaalaa Bahaaritti meeshaaleen waraanaa…
Oduu biyya keessaa Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Indooneezyiyaa qabeenya hawwata turizimii Godina Jimmaa daawwatan Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti, Ambaasaaddarri Indooneezyiyaa Albusyira Basnuur qabeenya hawwata turizimii Godina Jimmaa daawwataniiru. Abbootiin qabeenyaa…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Naannoo Somaalee oolmaa isaa guyyaa 2ffaan muudamoota garaagaraa raggaasiise Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Manni Maree Naannoo Somaalee Yaa’ii jalqaa waggaa 1ffaa bara 6ffaa gaggeessaa jiruun muudamoota garaagaraa raggaasiseera. Manni marichaa muudama…
Fayyaa Ityoophiyaatti namoota Vaayrasii HIVn qabaman keessaa % 67 dargaggoota ta’uu ibsame Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti waggaa waggaan namoota namoota Vaayrasii HIVn qabaman kuma 11 fi 711 keessaa % 67 dargaggoota ta’uu waajjirri To’annoo fi Ittisa HIV…
Waajabila Faanaa Laayibeeriyaatti dargaggoon Birrii miiliyoona 2 ol lafaa argee abbaaf deebise badhaafame Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) - Preezdantiin Laayibeeriyaa Joorj Wihaa dargaggoo umrii 18 doqdoqqee oofu Birrii miiliyoona 2.2 lafaa argeen abbaaf deebise ofitti waamuun Doolaara…
Idil Addunyaa Hinditti Rooba cimaa roobeen lubbuun namoota 35 yoo darbu, namoonni hedduun miidhamuu ibsame Ayana Dheressa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) – Hind bulchiinsa Keeraalaatti Rooba cimaa roobeen lolaa fi sigiga lafaa muudateen lubbuun namoota 35 yoo darbu, namoonni hedduun as buuteen isaanii hin…
Oduu biyya keessaa Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa eebbisiisan Sifen Megersa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 09, 2014 (FBC) - Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoon Mana Barumsaa Ifaa Roophii Sadarkaa 2ffaa Godina Arsii lixaa Aanaa Siraaroo Magaalaa Roophitti…
Oduu biyya keessaa Baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan Yuunvarsiitii birootti… Sifen Megersa Oct 19, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 9, 2014 (FBC) Sababa rakkoo nageenyaa gareen Shororkeessaa ABUT uumeen baratoonni Yunvarsiitiiwan Naannoo Tigraayii fi Waldiyaatti barachaa turan…
Ispoortii Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta’uun muudame Sifen Megersa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) –Taphataan kubbaa miilaa Cheelsii duraanii lammiin Kootidivaaher Didiyeer Diroogbaan Ambaasaaddaara Dhaabbata Fayyaa addunyaa damee Ispoortii ta'uun…