Oduu biyya keessaa Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani- Preezdaant Shimallis Obse Wakgari Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Uummanni Oromoo fi Somaalee obboleewwani jedhan Preezdaantiin bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisa. Uummanni…
Oduu biyya keessaa Mootummooleen naannichaa darban of danda’anii dhaabachuu akka hin dandeenyetti ABUTiin hundaa’aa… Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Mootummooleen naannichaa darban of danda’anii dhaabachuu akka hin dandeenyetti jeneraalota garee shororkeessaa ABUT teessoo isaanii Harar taasisataniin…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaa 1,496ffaaf Magaalaa Jimmaatti kabajame Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Ayyaanni Moolidaa waggaa 1,496ffaan sgantaalee garaagaraan Magaalaa Jimmaatti kabajameera. Ayyaannichi bakka kaantibaa magaalaa Jimmaa obbo Najiib…
Oduu biyya keessaa Obbo Ibraahim Usmaan Itti aanaa Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filataman Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Obbo Ibraahim Usmaan Itti aanaa Preezdaantii naannichaa…
Oduu biyya keessaa Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa’ii mana maree naannoo Somaalee ta’uun filataman Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun Aadde Ayyaan Abdiin Af Yaa'ii mana maree naannichaa…
Oduu biyya keessaa Obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannoo Somaalee ta’uun filtaman Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessaa jiruun obbo Musxafee Mahaammad Preezdaantii naannichaa taasiisuun…
Oduu biyya keessaa Manni Maree naannoo Somaalee yaa’ii jalqabaa waggaa 1ffaa gaggeessuu eegale Sifen Megersa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) – Manni Maree naannoo Somaalee yaa'ii jalqabaa waggaa 1ffaa bara hojii 6ffaa gaggeessuu eegaleera. Yaa'ichi Af Yaa'ii mana maree fi Preezdaantii…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa durfamu Jijjigaa gale Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Jilli Preezdaantii Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan durfamu hundeeffama mootummaa naannoo Somaaleerratti hirmaachuuf…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan kabajamaa jira Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Ayyaanni Moolidaa waggaan1496ffaan hordoftoota amantaa Islaamaan kabajamaa jiraachuu ibsameera. Ayyaannich magaalaa Finfinnee Masjiida Guddicha…
Oduu biyya keessaa Godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasise Ayana Dheressa Oct 18, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 8, 2014(FBC) - Naannoo Uummattoota kibbaatti godinni Koonsoo godina Booranaaf deeggarsa nyaata beelladaa taasiseera. Godiina Booranaatti roobni Arfaasaa fi Gannaa…