Oduu biyya keessaa Manni Murtii Aadaa haqa dabe qajeelchuuf qooda olaanaa qaba jedhame Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Labsii Mana Murtii Aadaa Hundeessuuf ba’e lakkoofsa 240/2013 hojiirra oolchuuf magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti mari’atamaa jira.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture marsaa 2ffaaf eebbisiise Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin Bulee Horaa barattoota digirii jalqabaa fi 2ffaan sagantaa idilee fi idileen alaan barasiisaa ture 511 eebbisiisera.…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Barnootaa Kotabee Barattoota ogummaa fi sadarkaa garaagaraan barsiisaa ture 2526… Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitiin barnootaa Kotabee barattoota sagantaa Leevalii, digirii jalqabaa fi digirii 2ffaan barsiisaa ture barattoota kuma 2 fi 526…
Oduu biyya keessaa Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota kuma 1 fi 127 eebbisiise Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC)- Yuunvarsiitiin Dambi Doolloo barattoota oummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 1 fi 127 eebbisiise. Eebbiifamtoota kanneen keessaa barattoonni…
Oduu biyya keessaa Kilaasteraan oomishuun qonnaan bultoonni caalmaatti akka waliitti hidhaman taasiiseera – Obbo… Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Kilaasteraan oomishuun Ooyiruu qofa osoo hin taane, qonnaan bultoonni caalmaatti akka waliitti hidhaman taasiisuu Preezdaantiin Bulchiinsa…
Oduu biyya keessaa Magaalaa Finfinneetti qaamolee seeraan ala weerara lafaa keessatti hirmaatanirratti tarkaanfi… Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Bulchiinsi Magaalaa Finfinnee qaamolee seeraan ala weerara lafaa gaggeessanirratti tarkaanfii fudhachuu eegaluu beeksiise. Baatiwwan arfan…
Oduu biyya keessaa Warshaan Daabboo fi Daakuu Waajjira Giiftii Dureen ijaarrame eebbifame Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014 (FBC) – Giiftii Dureen Zinnaash Taayyaachoon Magaalaa Finfinnee kutaa magaalaa Lammii Kuraatti Warshaa Daabboo fi Daakuu ijaarsiisan…
Oduu biyya keessaa Jilli Preezdaant Shimallisii fi obbo Dammaqaan durfamu Adaa’aatti xaafii kilaasteraan misoome… Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Jilli Preezdaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa fi Itti aanaa Muummee Ministiraa fi Ministira dhimma alaa obbo Dammaqaa…
Oduu biyya keessaa Ayyaanni Irreechaa yeroo jalqabaaf Gambaaleetti kabajame Sifen Megersa Oct 16, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 6, 2014(FBC) - Ayyaanni Irreechaa Magaalaa Gaambeellaatti yeroo jalqabaaf kabajameera. Sirni Irreechaa Hora Baarootti Horichi Asxaa Abbaa Gadaan dabaallamuun…
Oduu biyya keessaa Preezdaant Saahilawarq guyyaa dubartoota baadiyyaa addunyaa sababeeffachuun yaa’ii gamtaa… Sifen Megersa Oct 15, 2021 0 Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014(FBC) - Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen guyyaa dubartoota baadiyyaa addunyaa sababeeffachuun yaa'ii gamtaa Afrikaatti qophaa'e bananiiru.…