Biyyoonni Afrikaa waggaa waggaan bittaa midhaan nyaataaf Doolaara biiliyoona 45 baasu jedhame
Finfinnee, Onkololeessa 5, 2014(FBC) - Biyyoonni Afrikaa waggaa waggaan oomisha midhaan nyaataa alaa bittaan galchuuf Doolaara biiliyoona 45 kan baasan ta'uu Gamtaan Afrikaa beeksiise.…