Oduu biyya keessaa Obbo Dammaqaan Ministira Alaa Siwiidiin waliin mari’atan Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonniin Ministira Alaa Siwiidiin Anii Liind waliin…
Oduu biyya keessaa Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Riqicha Takkazee gareen ABUT barbadasse riqicha socho’aa waraanaan bakka buusuuf hojjetamaa jiraachuu Qulqulleessi ragaa labsii yeroo ariifachiisaa…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiy ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad ergaa baga geessanii Kabaja Ayyaana Waggaa 100ffaa Koomiiniistii Paartii Chaayinaa dabarsaniiru.…
Oduu biyya keessaa Godina Jimmaatti Proojektoonni misoomaa garagaraa eebbifaman Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Godina Jimmaatti aanaa Oomoo Beeyemitti Proojektoonni misoomaa garagaraa Birrii miiliyoona dhibba 1fi miiliyoona 47 oliin hojjetaman…
Oduu biyya keessaa Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Komishiniin Gumrukaa fi Yuunvarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf sanada waliigaltee mallatteessan. Komishinarri Komishinii Gumrukaa obbo…
Oduu biyya keessaa Baatii itti aanuutti haalli qilleensa jiidhinsa mudatuu qabeenya bishaanii ni dabalaa jedhameera Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Baatii itti aanuu haalli qillensaa jiidhinsa qabu mudatuun qabeenya bishaanii dabaluuf shooraa olaanaa qabachuu Eejensiin Meetrooloojii Biyyoolessaa…
Oduu biyya keessaa Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinneetti laatamaa ture xumurame Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Qormaanni naannoo kutaa 8ffaa magaalaa Finfinneetti Waxabajjii 23 -25, 2013tti laatamaa ture xumuramuu Biiroon Barnootaa magaalichaa beeksiise.…
Oduu biyya keessaa Gareen ABUT sodaa nageenya biyyaa ta’ee akka itti hin fufne guutumaan guutuutti barbadaa’eera… Sifen Megersa Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC) - Gareen ABUT sodaa nageenya biyyaa ta’ee akka itti hin fufne guutumaan guutuutti barbadaa’uu Qindeessaa Olaanaan Hojiilee Ijaarsa Humna Waraanaa…
Oduu biyya keessaa Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabate Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Daandiin qilleensaa Ityoophiyaa imaltoota imalchiisuun sadarkaa 1ffaa qabateera. Bara Faranjootaa 2020tti daandiin qilleensichaa imaltoota…
Oduu biyya keessaa Dooktar Hiruut Kaasahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Haangaarii waliin mari’atan Obse Wakgari Jul 2, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 25, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Aadaa fi Tuuriziimii Dooktar Hiruut Kaasahuun Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Haangaarii Atiilaa Koopaanii waliin mari’ataniiru.…