Iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu…
Finfinnee, Waxabajjii 14, 2013 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalesaa iddoolee sagalee laachuun itti xumurametti buufata cufuun sagalee lakkaa’uu eegaluun kan danda’amu ta’uu…