Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuu qabu…
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2013 (FBC) – Hawaasni Diyaaspooraan dhiibbaa biyyoota Alaan Ityoophiyaarra ga’aa jiru dura dhaabbachuun dhugaa qabatamaa biyya keessa hubachisuu qaba…