Fayyaa Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira Obse Wakgari Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Wixabajjii 7, 2013 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa addunyaa kabajamaa jira Guyyichii akka addunyaa fi Ityoophiyaatti yeroo 18ffaaf kabajamaa kan jiru. Guyyichaa…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabaiyaarraa gara biyyaa deebi’an Sifen Megersa Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) -Lammiileen Ityoophiyaa 326 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Riyaadirraa gara biyya deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Oduu biyya keessaa Godina Guraageetti warshaa oomisha Dhagaa Cilee ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ame Sifen Megersa Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Naannoo Kibbaa Godina Guraagee aanaa Abbashigeetti warshaa oomisha Dhagaa Cilee ijaaruuf dhagaan bu’uuraa kaa’ameera. Ijaarsa…
Uncategorized Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu… Obse Wakgari Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)- Torbee har’a kan gaggeeffamuu Filannoo biyyoolessaa marsaa 6ffaa rakkoo nageenyaa tokko malee akka xumuramuuf qophiin taasifamuu ibsameera. Filannichi…
Oduu biyya keessaa Dargaggoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Paartii Badhaadhinaaf qaban hiriira ba’uun ibsan Sifen Megersa Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Dargaggoonni magaalaa Finfinnee deeggarsa Paartii Badhaadhinaaf qaban Istaadiyeemii magaalaa Finfinneetti argamuun ibsaniiru. Hiriirichi…
Oduu biyya keessaa Nageenya daandii sirna barnootaa keessatti hammachiisuuf mariin gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Nageenya Daandii sirna barnootaa keessatti galchuu ilaalchisee Hoteela Iskaay Laayitiitti mariin gaggeeffamaa jira. ‘Barnoota nageenya…
Idil Addunyaa Naaftaalii Beeneet Muummee Ministiraa Israa’eel ta’uun sirna waadaa galuu raawwatan Sifen Megersa Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 7, 2013 (FBC) - Naaftaalii Beeneet Muummee Ministiraa Israa’eel ta’uun sirna waadaa galuu raawwataniiru. Naaftaaliin Beeneet Muummee Ministiraa Israa’eel 13ffaa…
Oduu biyya keessaa Wiixata dhufuu sagalee laadhaa-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Jun 14, 2021 0 Finfinnee, Wixabjjii 7, 2013 (FBC)-Muummee Minitiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad filannoo fi Ashaaraan Magariisaa dhugoomsuuf waamichaa dhiyeessaniiru. Ashaaraa magariisaa keessaan ka’aa,…
Oduu biyya keessaa Proojektiin Addabaabaay Masqalaa eebbifame Sifen Megersa Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Proojektiin Addabaabay Masqalaa hanga Mana Qopheessaa eebbifame. Proojektii Addabaabayi Masqalaa hanga Mana Qopheessaa baasii Birrii biiliyoona 2.6…
Oduu biyya keessaa Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu – Aadde… Sifen Megersa Jun 13, 2021 0 Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) - Seenaa fi hambaa gatame kunuunsuun madda Tuurizimii taasiifna malee hin diignu jedhaan Itti aantuun Kaantibaa magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee.…