Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna…
Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC) -Carraa amma jirutti fayyadamnee biyya keenya kufaatii keessaa baasuuf har’a cimnee hojjechuu qabna jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimed.…