Biiznasii Warshaan Zayitaa ‘W.A’ har’a ni eebbifama Sifen Megersa Jun 7, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 30, 2013 (FBC) –Magaalaa Dabra Maarqoositti Warshaan Zayitii ‘W.A’ baasii Birrii biiliyoons 5.2 ijaarrame har’a ni eebbifama. Naannoo Amaaraa magaalaa Dabra…
Ispoortii Atileet Siifaan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsite Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Dhalattuu Ityoophiyaa lammummaan Hoolaand kan taatee Atileet Siifan Hasan riikardii addunyaa meetira kuma 10 cabsiteetti. Riikardii meetira kuma…
Oduu biyya keessaa Jilli Dooktar Girma Amanteen durfamu aanaa Gullisootti mana barumsaa Ifaa Boruu ijaarramaa jiru… Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaaster misooma baadiyaa Oromiyaa Dooktar Girmaa Amanteen durfamuu Godina Wallagga Lixaa aanaa…
Oduu biyya keessaa Ambasaaddar Nabiil Maahdii itti aantuu preezdantii Sudaan kibbaa waliin mari’atan Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Sudaan Kibbaatti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Nabiil Maahdiin itti aantuu preezdantii Sudaan Kibbaa Reebeek Niiyandeeng Dimabiiyoor waliin dhimmoota waloo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Federeshinii boruu walga’ii idilee ni gaggeessa Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Manni Maree Federeshinii bara paarlaamaa waggaa 5ffa, walga’ii idilee 2ffaa boruu ni gaggeessaa. Manni marichaa walga’ii idilee 2ffaan ajaandawwan adda…
Oduu biyya keessaa Dooktar Abiyii fi Giiftii Duree Zinnaash Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa ijaaruuf dhagaa… Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimadii fi Giiftii Duree Zinnaash Taayyaachoo aanaa Armaacihoo Magaalaa Maasaroo Danbitti mana barumsaa sadarkaa…
Oduu biyya keessaa Godina Harargee Lixaatti hospitallii fi daandiin cirrachaa eebbifame Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Harargee Lixaa Aanaa Horsiisee Bulaa Burqaa Dhintuutti Hospitaalli fi dandiin cirrachaa eebbifameera. Sirna eebbicharratti Jilli itti aantuu…
Oduu biyya keessaa Waadaa kabajuu fi raawwachuun hojii ijoo hooggansa jijjiirramaati-Dooktar Abiy Ahimad Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimid har’a Warshaa Sukkaaraa Xaanaa Balas eebbisiisun hojii jalqabsiisianiiru. Sirna eebba proojekticharrattis…
Oduu biyya keessaa Godina Booranaatti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifaman Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Booranaa Aanaa Eel Wayyeetti projeektoonni adda addaa baasii Birrii miiliyoona 31 oliin ijaarramaan eebbifamaniiru. Sirni eebbichaarratti Jilli…
Oduu biyya keessaa Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Ganjiitti proojektoonni adda addaa eebbifamaan Obse Wakgari Jun 6, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 29, 2013 (FBC)- Godina Wallaggaa Lixaa aanaa Ganjiitti proojektoonni adda addaa eebbifamaniiru. Sirna eebbichaarratti Jilli sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti…