Oduu biyya keessaa Buufanni humna ibsaa Yaa’aballoo eebbifame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Jilli Sadarkaa itti aanaa Preezdaantiitti qindeessaa Kilaastera Hawaasummaa obbo Addisuu Araggaan durfamu buufata Humna Ibsaa Yaa’aballoo…
Oduu biyya keessaa Manni Maree Ministirootaa wixinee labsii baajata bara hojii 2014f Birrii biiliyoona 561.7… Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa guyyaa har’aa wixinee labsii baajata bara hojii 2014 dhiyaate Birrii biiliyoona 561.7 raggaasiiseera. Bajaatichaan…
Oduu biyya keessaa Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu ibsame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Uwwisni Bosonaa Ityoophiyaa % 17.2 ga’uu Komishiniin Eeggumsa Naannoo, Bosonaa fi Qabeenya Jijjiirrama Qilleensaa beeksiise. ‘Qabeenya…
Biiznasii Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa baatii itti aanu haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu… Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) - Gatiin gurgurtaa qinxaaboo boba’aa kan Xiyyaaraan ala Caamsaa 28 hanga Waxabajjii 28, 2013tti haaluma baatii darbeen kan itti fufu ta’uu…
Oduu biyya keessaa Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa gaggeeffamaa jira Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Yaa’iin Hundeeffama Abbootii Alangaa Oromiyaa magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa jira. Hundeeffamuun yaa'ichaa abbootiin Alangaa Naannoo…
Fayyaa Naannoo Tigraayitti tajaajila yaala fayyaa cimsuuf hojjetamaa jira jedhame Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) – Naannoo Tigraayiitti tajaajila Fayyaa cimsuuf ogeeyyii fayyaa gara hojiitti deebisaa jiraachuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa naannichaa beeksiiseera.…
Oduu biyya keessaa Naannichatti proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegalan Sifen Megersa Jun 5, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 28, 2013 (FBC) -Naannoo Oromiyaatti bara proojektoonni bishaan dhugaatii hawaasa horsiisee bulaa tajaajilan 50n hojii eegaluu Komishiniin Qindeessa Misooma Naannoo…
Idil Addunyaa Fuulli Feesbuukii Doonaald Tiraamp uggurame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) - Fuulli Feesbuukii fi Inistaagraamiin Preezdaantii Ameerikaa duraanii Doonaald Tiraamp waggoota lamaaf ugguramuu ibsame. Dhaabbanni Feesbuukii…
Oduu biyya keessaa Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyya deebi’an Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 25, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa 311 Saa’ud Arabiyaa magaalaa Jiddaarraa gara biyya deebi’aniiru. Deebitoonni kunneen wayita buufata Xiyyaaraa idil…
Waajabila Faanaa Shakkamaan waraqaa eenyummaa fi sanada sobaan Birrii Kuma dhibba 5 matta’aa fudhata to’atame Sifen Megersa Jun 4, 2021 0 Finfinnee, Caamsaa 27, 2013 (FBC) – Namni dhuunfaan maqaa, waraqaa eenyummaa, teessoo fi sanadoota garaagaraa fayyadamuun yakka waliin dhauu raawwataa ture to’atamuu Komishiniin Poolisii…